Fana: At a Speed of Life!

Daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatame

Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Daandiiwwan magaalaa Finfinnee 13rratti biifaan keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii raawwatameera.

Biifaan farra ilbiisota dhibee fidanii raawwatame kun kiilo meetira 41 kan uwwisudha.

Daandiiwwan kunneenis ganama sa’aa 2 kaasee amma sa’aa 6tti cufaa ta’un biifaan farra ilbiisoota dhibee fidanii kan raawwatame.

Haaluma kanaan;

-Addabaaba’ii Masqalaa – Boolee
-Addabaaba’ii Masqalaa – Xoor Haaylooch
-Addabaaba’ii Masqalaa – 6 Kiiloo
-Addabaaba’ii Masqalaa – Gootaraa -Saariis
-Addabaaba’ii Masqalaa- Magganaanyaa
-Biheeraawii -Meeksiikoo
-Suupparmaarkeettii- Kaasaanchiis- Uraa’eel
– Goorgisii – Ambaasaaddar – Addabaaba’ii Masqalaa
– Goorgisii – Paastar
– Goorgisii- 4 Kiiloo – Magganaanyaa
– Goorgisii – 6 Kiiloo
– Goorgisii – Buufata Konkolaataa
– Goorgisii – Taklahaaymaanoot

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.