Fana: At a Speed of Life!

Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifame

Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifameera.

Dargaggoonni godina Buunnoo Beddelle aanolee 9 fi bulchiinsa magaalaa tokkoo irraa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaaniif gaggeessaa magaalaa Beddelleetti taasisameera.

Akkasumas godina Booranaatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti dabalamuuf mooraa leenjii deemaniif sirni gaggeessaa taasifameera.

Gootummaa kaleesaa abbootiirraa dhaalle galaa taasifannee Raayyaa Ittisa biyyaatti makamuun birmadummaa biyyaa eeguuf kutannoon kaaneerraa jedhan dargaggoonni kunneen. OBNtu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.