Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi meeshaalee Hospitaala Caancootti wiirtuu tajaajila bakka tokkotti kennamuuf oolu taasifame

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Deeggarsi meeshaalee yaala fi waajjira Hospitaala Caancootti wiirtuu tajaajila bakka tokkotti kennamuuf oolu taasifameera.

Deeggarsi kunis guyyaa ayyaana daa’imman Afrikaa sababeeffachuun biiroon dhimma dubartootaa, daa’immaanii fi dargaggoota Oromiyaatiin Hospitaala Caancoof kan kennameedha.

Kaayyoon deeggarsa kanaas biiroon eegumsa fayyaa Oromiyaa hojiiwwan miidhaa koorniyaa ittisuu fi deebii kennuurratti hojjechaa jiru deeggaruu fi qindoomina seektaroota lameenii cimsuuf akka ta’ee ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.