Fana: At a Speed of Life!

Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 taasifte

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC)- Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 taasifteetti.

Deeggarsichi lammiilee sababa waraanaatiif miidhamanii deeggarsi namoomaa barbaachisuuf kan ooluu ta’u ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Deenmaarkirraa argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.