Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee wallaa’ansaa taasise

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee wallaa’ansaa taasiseera.

Deeggarsichi Ityoophiyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tattaaffii taasifamuuf  deeggaruu kan ooluu ta’uu ragan dhaabbaticharra argamee ni muul’dhisa.

Deeggarsi taasifamees meeshaa qorannoo, meeshaa haala yaalamtoota hordoofuu, dhiigaa safaruu akkasumaas meeshaalee oksiijiinii hoo’isan keessaatti argamuu jedhameera.

Dabalataanis konkolaattoota Tiyoottaa lamaas deeggarsa taasifameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.