Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 ministeera Fayyaaf laate

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii meeshaalee yaala Fayyaa Doolaara kuma dhibba 5 fi kuma 59 baasu ministeera Fayyaaf laachuu ibsameera.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti bakka buutuun Ityoophiyaa Daniiyaa Gaayli deeggarsicha Ministir Deettaa Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaaf laataniiru.
Deeggarsichi yeroo murteessatti qaqqabuun isaa lubbuu lammiilee kumatamaa kan baraaru ta’uu Dooktar Darajjeen ibsuu isaanii ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.