Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Transform Primary Health (JSI) damee Oromiyaa meeshaalee fayyaa garaagaraa Birrii miiliyoona 29 tti tilmaamamu taasise

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Transform Primary Health (JSI) damee Oromiyaa meeshaalee fayyaa garaagaraa Birrii miiliyoona 29 tti tilmaamamu taasiseera.
Dhaabbatichi deeggarsa Altiraa saawondii (ultrasound) 38 marsaa duraatiif, 20 immoo marsaa 2ffaadhaan, Soolarii (Solar suit) 30 marsaa duraatii fi 36 marsaa 2ffaan ammoo 36 taasiseera.
Waliigalatti meeshaalee Birrii miiliyoona 29tti tilmaamamu buufataalee fayyaatiif deeggarsa taasiseera.
Hoogganaan dhaabbaticha Dooktar Abarraa Raffisaa, dabalataaniis Birrii miiliyoona 104 aanolee 162 naannoo Oromiyaa keessatti argamaniif arjoomuu himuu ragaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.