Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee deeggartoota seeraan alaarratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC)-Dhaabbilee deeggartoota seeraa alaa socho’uun nageenyaa biyyaa balaarrra buusaan irratti tarkaanfiin kan fudhatamuu ta’uu Ejensii dhaabbilee hawaasaa Siiviilii Ityoophiyaa beeksiseera.

Dhaabbilee Birmaduummaa Ityoophiyaa, tokkummaa biyyaa balaarraa busuuf akkasumas kayyoo hundeeffamaniin alaatti socho’aan irratti dhiyeenyaatti tarkaanfiin kan fudhatamuu ta’u ejansiichi beeksiseera.

Daayrektaarri itti aanaa Eejansichaa obbo Faasikaa Mollaa akka ibsanitti, dhaabbilee kaayyoo hundeeffaamiin alatti socho’aan irratti tarkaanfii kan fudhatamuu ta’uu ibsaniiru.

Maddi:-DHPI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.