Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan ifooman

Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Marsaa 15ffaa dhaabbilee Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisasan ifoomaniiru.

Waajjirri Muummee Ministiraa akka beeksisetti, Baankiin Abisiiniyaa Birrii miiliyoona 161 fi kuma 700 waadaa gale keessaa Birri miiliyoona 80 fi kuma 850 baankii galcheera.

Akkasumaas, Warshaan Alkoolii fi Dhangala’aa Biyyaalessaa Birri miiliyoona 6, Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Birrii Miiliyoona 5, Dhabbataa Teeknooloojii Huwaawwee Dhaabbataa Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan Isaa Murtaa’e Birrii miiliyoona 5 deeggarsa taasisuu eerameera.

Dhaabbileen kunneen waamicha taasifame simachuun gahee gama isaanii bahataniif galateeffateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.