Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi laatamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Ityoophiyaatti argamaniif dhimmoota waqtaawaa irratti ibsi laatamaa jira.
 
Ibsicha laachaa kan jiran Dubbii himaan Odeeffannoo Labsii Yeroo Ariifachiisaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dhaabbileen miidiyaa odeeffannoo sobaa ABUTn akka hin burjaajoone hubachiisaniiru.
 
Gama ABUTn odeeffannoowwan sobaa gadi lakkifamaa waan jiruuf qulqulleeffachuun barbaachisaa ta’uu himaniiru.
 
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen koreen dhimmichaaf hundaa’e gamasitti imaluun odeeffannoo walitti qabaa jiraachuu beeksisaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.