Fana: At a Speed of Life!

DhMG’tti Abbaa Murteen kan muudaman Solomoon Araddaa Ityoophiyaa qofa utuu hintaane Afrikaa kan bakka bu’aniidha jedhame

Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Mana murtii Sirna haqaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Abbaa Murtee ta’uun kan muudaman Solomoon Araddaa, Ityoophiyaa qofaa utuu hintaane Afrikaa kan bakka bu’an ta’uun akeekame.

Muudaamaa Solomoon Araddaa ilaalchisuun sirni baga gammaddee gaggeeffameera.

Sirnichaarratti carrichi Ityoophiyaa qofaa utuu hintaane Afrikaa kan bakka bu’uudha jedhame.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti carraaleen akkanaa muraasaa waan ta’aniif, carrichaatti gargaaramuun fedhii seeraa Ityoophiyaa akka calaqqisiisan imaanaan kan irra kaa’ame ta’uu waahillan hojii isaanii ibsaniiru.

Misikkir Tasfaayeetu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.S

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.