Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad bara haara Chaayinaa sababeeffachuun uummattootaa fi mootummaa Chaayiinaatin baga ittin isin ga’e jedhan

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haara Chaayinaa sababeeffachuun uummattootaa fi mootummaa Chaayiinaatin erga baga geessani dabarsaniiru.
Dooktar Abiy fuula Twiitara isaanitiin akka ibsanitti, Ityoophiyaan hariiroo Chaayinaa waliin qabdu cimsitee itti fuftii jedhaniiru.
Chaayinaatti barrii haaraan kun ‘bara Sangaa’ ta’u ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.