Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayiip Erdoogaan waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii Reesiip Xaayip Erdoogaan waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Hariiroo Ityoophiyaa fi Turkii akkasumas dhimmoota naannoorratti mari’ataniiru.

Wayita kanattiis preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayiip Erdoogaan Turkii nageenyaa fi tasaggabbii Ityoophiyaaf iddoo guddaa akka laattuu cimsanii ibsaniiru.

Biyyattiin deeggarsa kamiyyuu Ityoophiyaaf taasiftuu kan itti fuftuu ta’uu himaniiru.

Maddi:-Waajjira Preezdaantii Turkii

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.