Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Duraa Taa’aa dhaabbata ijaarsa Chaayinaa ‘CCCC’ waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Duraa Taa’aa Dhaabbata Ijaarsaa fi Koominikeeshinii Chaayinaa ‘CCCC’ kan ta’an Waang Toonigizuun waliin mari’ataniiru.
Dhaabbatichi guutuu biyyattiitti damee hojiilee ijaarsaa adda addarratti hirmaannaa cimaa taasiisaa jiraachuu Dooktar Abiy ibsaniiru.
Har’a haala dhaabbatichi hojii isaa caalmaatti cimsuu fi qabeenya kuufamaa jiruuratti Invastimantii taasiisuu danda’urratti mari’chuu ragaan Waajjira Ministira Muummee FDRI irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.