Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Diimaa Nagawoo filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaaf sagalee laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Dhuunfaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf kan dorgoman Dooktar Diimaa Nagawoo Godina Iluu Abbaa Boor buufata filannoo Goree 04’tti argamuun sagalee laataniiru.
Filannichi haqa qabeessaa fi diimokiratawaa ta’uu ibsaniiru.
Erga sagalee laatanii biqiltuu dhaabaniiru.
Maddi:- OBN
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.