Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormaanni biyyoolessaa 12ffaan itti laatamaa jiru daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan itti laatamaa jiru daawwataniiru.
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan magaalaa Finfinneetti buufataalee 41tti laatamaa jira.
Daawwannaa isaaniitin barattootaa qormaaticha fudhataa jiran jajjabeessaniiru.
Dooktar Geetahuun waliin itti gaafatamaa eejansii qormaatilee biyyaalessaa Dooktar Deelaamoo Otooree dabalatee hooggantoonni biroon argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comment
Share
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.