Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Hiruut Kaasaaw ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa kabajuuf Gambeellaa galan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaaw ayyaana injifannoo Adwaa 125ffaa sadarkaa naannootin Gambeellaatti kabamuuf Gambeella galaniiru.
Dooktar Hiruut wayita Gambeellaa gahaan preezdaantii naannichaa obbo Uumood Ujuuluu fi hoggantoota naannichaa simannaa taasifameefiru.
Ministirittin hojiiwwan hawwata tuurizimii naannichaa ni daawwatu jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.