Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii tapha Seekaafaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Jiibuutii injifatte

Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Dorgommii tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii waaree booda gaggeeffameen Keeniyaan Jiibuutii 3 fi 0n injifatte.

Keeniyaan tapha hanga ammaatti gaggeeffameen biyya jalqabaa qabxii 3 argatte taateerti.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.