Fana: At a Speed of Life!

Eebba Abbootii Gadaatiin horri erga baname sirni irreeffannaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 21, 2015 (FBC)-Dursummaa Abbootii Gadaatiin sirni Ayyaana irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee gaggeeffamaa jira.

Abbootiin Gadaa akka walduraa duuba hangafummaa isaaniitti eebbaan saaquun erga irreeffatanii, hirmaattonni Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti Irreeffachuu eegalaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.