Fana: At a Speed of Life!

Emireetonni Araba Gamtoomanii deeggarsi Ityoophiyaaf taasistu cimee itti fufuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Emireetonni Araba Gamtoomanii deeggarsa namoomaa lammiilee Ityoophiyaaf taasistu cimee kan itti fuftu ta’uu ibsameera.

Biyyattiin deeggarsa namoomaa gama Dhaabbata Addeessa Diimaan Ityoophiyaaf taasisaa turuun ibsameera.

Deeggarsa namoomaa biyyattiin  Ityoophiyaaf taasistu cimee kan itti fufu ta’uu barreessaa olaanaan dhaabbata addeessa diimaa Emireetota Araba Gamatoomanii Dooktar Mahaammad Atiik Aal Faalaahii ibsaniiru.

Deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa tajaajila kenniinsa wal’aansa fayyaa fooyyessuu fi tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf oolan guyyaa har’aa Finfinnee galuu himameera.

Maddi :- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.