Fana: At a Speed of Life!

Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kennuuf ta’uu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensota isaaf manneen waliin jireenyaa carraan dabarsee kennuuf ta’uu ibsameera.

Faawundeeshinichi manneen waliin jireenyaa Magaalaa Finfinnee naannoo Samiititti argaman miseensota raayyaa ittisa biyyaa fi hojjettoota siiviilii qusachaa turan 528’f carraan dabarsee kan kennu ta’uu ibsameera.

Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay sagantaa mana dabarsanii kennuu ifatti banuu EBCn gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.