Fana: At a Speed of Life!

FBC’n Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin leenjii laachuuf sanada waliigaltee mallateesse

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaasting Koorporeet Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin leenjiiwwan ijaarsa dandeetti laachuuf sanada waliigaltee mallateesseera.

Waliigaltichi hoggantootaa fi ogeeyyii hariiroo uummataa caasaalee biiroo kominikeeshinii magaalaa Finfinnee jalatti argaman waldaa Aksiyoonaa Faanaa Broodkaastiing Koorporeet karaa giddugala leenjii fi qorannoo leenjii laachuuf kan dandeessisuudha jedhameera.

Waligalticha hoji raawwachiisaa olaanaan FBC Obbo Adimaasuu Daamxoo fi Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee obbo Yoonaas Zawdeen mallatteessaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.