Fana: At a Speed of Life!

Feesbuukiin Ityoophiyaatti fuulawwan odeeffannoo sobaa tatamsaasan cufe

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Feesbuukiin Ityoophiyaatti fuulawwanii fi gareewwan odeeffannoo sobaa tatamsaasan cufuu beeksiiseera.
Dhaabbatichi filannoo biyyaalessaa gaggeeffamu dursee fuulawwanii fi gareewwan odeeffannoo sobaa tatamsaan cufuu ibseera.
Akkaawuntiiwwan eenyummaan isaanii hin mirkanoofneen hundaa’anii dhimma Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun olola sobaa tamsaasaan buusuu ibseera.
Dhaabbatichi qabiyyee isaarratti osoo hin taane amala isaaniirratti xiyyeeffachuun tarkaanfii kana fudhachuu himeera.
Haaluma kanaan Fuulawwan Feesbuukii 65, Gareewwan 27 fi Inistaagraamii 32 cufuu himeera.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.