Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha dubartootaa meetira kuma 5’n Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa Gaanaa Akiraatti gaggeeffamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa meetira kuma 5n injifataniiru.

Dorgommii dubartoota gidduutti meetira kuma 5’n gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun injifataniiru.

Atileet Madinaa Isaa sadarkaa 1ffaan yoo xumuruun meedaaliyaa warqee yoo argattu,Atileet Burtukaan Mollaa 2ffaa, Atileet Malkinaat Wudduu sadarkaa 3ffaan ba’uun meedaaliyaa Meetiifi Naasa argamsiisuu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.