Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan

Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) – Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.

Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Maartaa Alamaayyoow daqiiqaa 15 fi sekondii 14 fi maayikiroo 54 xumuruun injifatteerti.

Atileet Abdiisaa Fayisaan daqiiqaa 13 fi sekondii 34 fi maayikiroo 77 xumuruun dorgommii dhiiroota gidduutti taasiifame injifateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.6

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.