Fana: At a Speed of Life!

Filannichi haalaa gaariin gaggeeffamaa jira-Boordii Filannoo

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Walitti qabduun Boordiin Filannoo Biyyoolessaa aadde Burtukaan Miidhaksaa hanga ammatti adeemsii filannichaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru.
Buufata filannoo Finfinnee tokkotti galmeen filattootaa badee waan turee galmeen ergamee filannichii akka gaggeeffamuu taasifameera jedhan.
Iddoowwan tokko tokkootti hanqinni meeshaalee mudaachuu kan kaasaan aadde Burtukaan wayita maxxansatti dogoggoorri ammeentaa mudachuu himaniiru.
Hanqinichaaf filattoonni burjaajjii isaan mudateef dhiifaama gaafataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.