Fana: At a Speed of Life!

Filannoo 2013f ramaddiin Televizhiinii sa’aatii 700, Raadiyoo sa’aatii 400 fi Gaazexaa dhiyaate

Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Filannoo 2013f ramaddiin Televizhiinii sa’aatii 700, Raadiyoo sa’aatii 400 fi Gaazexaa paartilee siyaasaaf dhiyaateera.
Ramaddiichi kan bu’uurefate muuxannoowwan filannoo darbee, baayina miidiyaalee fi dandeettii miidiyaalee biyyaalessaati jedhame.
Ramadii kanaan, Televizhiiniif sa’aatii 700, Raadiyoof ammoo sa’aatii 400 akkasumas gaazexaaf ramadameera.
Filannoo darbeen walbira qabame wayita ilaalamu, raadiyoof %40, Televizhiniif%300 dabalanii yoo tahu Gaazexaa %15 hir’ifameera.
Misikkir Sinaafiqtu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.