Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati- Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Fulbaana 14, 2015(FBC)- Finfinneen seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaashee miidhagduu ni taati jedhan kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Aadde Adaanach ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii magaalichaa hojiilee riifoormiifi jijjiiramaa seer-maleessummaa ittisuu dandeessisan garaagaraa hojjechaa turuu yaadachiisaniiru.

Guyyaa har’aas qaama riifoormichaa kan ta’e hojiin uffata danbii haaraa beeksisuu hojjetamuu ibsaniiru.

Magaalittiin seeraafi sirnaan hoogganamaa akkuma maqaa ishee miidhagduu ni taati jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.