Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti giddugalli Misooma Ogummaa fi Teekinikaa Afriikaa Bahaa ijaarramuufi.

Giddugalichi deeggarsa Baankii Addunyaarra doolaraa Ameerikaa miiliyoona 24 oliin kan ijaarramuu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Ministir Deettaan Ministeera Barnootaa Dooktar Saamu’eel Hurkatoon ijaarsa giddugalichaf  Yuunvaarstiitii Teekinikaal Ityoophiyaatti dhagaa bu’uura kaa’aaniiru.

Giddugalichi Ityoophiyaa qofaaf osoo hin taanee biyyoota Afrikaa Bahaaf tajaajilaa akka laatuu yadameet ijaarramuu ta’uu ragaan Ministeera Barnootaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.