Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee itti fufa jedhame

Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee kan itti fufu ta’uu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanachi Abeebeen ibsa.
Aadde Adaanach hoggantoota olaanoo magaalichaaf leenjii kennaniiru.

Leenjichi mata duree ” Magaalaa fakkeenya Badhaadhinaa Ijaaruu Keessatti Gahee Hooggansaa, Itti Gaafatamummaa fi Namuusaa” jedhuun kennamaa jira.

Leenjichi hoggansa qormaatilee idil addunyaa dandamachuu danda’uu fi mul’ata qabu horachuuf ta’uu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.