Fana: At a Speed of Life!

Fuula Fees Buukii Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetii rakkoon teeknikaa muudate

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetiin Fuula Fees Buukii seera qabeessa isaa rakkoon teeknikaa muudachuu beeksiise.
Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetiin Fuula Fees Buukii seera qabeessa isaa rakkoon teeknikaa muudachuu waltainfo.com ibsuun, rakkicha furuuf tattaaffii taasiisaa jiraachuu himeera.
Dhaabbatichi rakkoo muudate hanga furutti ergaan gama fuulichaan darbu kamiiyyuu beekkamtii dhaabbatichaan ala ta’uu hubachiiseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.