Fana: At a Speed of Life!

Gaardiyoolaan waggoottan dabalata lamaf Siitii waliin tureef waliigale

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Leenjisaan Maanchisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan waggoottan dabalataa 2f garicha waliin tureef waliigaltee mallatteesse.

 

Peep Gaardiyoolaan hanga bara Faranjootaa 2023tti garicha waliin turuuf waliigaleera.

 

 

Gaardiyoolaan waggaa 4 dura gara Siitii dhufuun isaa kan yaadatamuudha.
Turtiin isaanii bara kana ni xumurama ture.
Turtii hanga ammaatiin waancaa Priimayer Liigii 2, FA 1 fi Liig Kaappii 3 moota’aniiru.

 

Erga kilabicha leenjisuu eegalanii taphoota 245 gaggeessan keessaa 181 injifataniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.