Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan 9 darbanii gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC)-Gamaaggamni raawwii dhaabbatummaa baatiiwwan saglan darbanii Bakka Ministir Deetaawwanii fi Miseensonni Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka argamanittii raawwiin hojii baatiiwwan 9’n darbanii ministireerotaa gamaaggamanuun kan yaadatamuudha.

Waltajjichaan raawwiin addaa damee diinagdee gooroo fi seektara isaa gamaaggamameera.

Guyyaa har’aas raawwiin damee dhabbatummaa fi Ministir Deetaawwanii gamaaggamaamaa jira.

Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa, gabaasa dhiyeessaniin raawwiin diinagdee gooroo fooyya’aa ta’uun ibsameera.

Haaluma kanaan, bara baajatichaatti guddina diinagdee 7.5 galmeessuuf karoora qabame milkeessuuf bu’aan argisiistuun akka jiru kaasuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.