Fana: At a Speed of Life!

Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa injifate

Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michummaa 2ffaa Landan Yuunaayitid waliin taphateen 4 fi 2’n injifateera.

Taphata Suraafeel Daanyaachoo, Shimallis Baqqalaa, Aschaalawu Taammanaa fi Yihuun Indaashaawu gooliiwwan garechaaf lakkoofsisuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.

Garechi tapha michummaa taphachuuf gara Ameerikaa kan imale yoo ta’u garee Kubbaa Miilaa Gayaanaa waliin tapha taphateen 2 fi 0’n ijifachuunsaa kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.