Fana: At a Speed of Life!

Gareen deeggarsaa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa biroo arjooman

Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Gareen deeggarsaa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa biroo arjooman.
 
Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsuum Araggaa lammiileen Siyaatilitti argaman meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaaf oolu Paawundii 20,000 olitti tilmaamamu arjoomu isaanii karaa toora miidiyaa hawaasaa galateefataniiru.
 
 
Abaasaaddar Fitsuum daandii xiyyaaraa Ityoophiyaa Booying waliin ta’uun har’a kan fuudhame Booying787-9 dirimlaaynarri haaraan meeshaalee yaalaa kana kaffaltii tokko malee fe’uu isaa galateeffataniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.