Fana: At a Speed of Life!

Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara Taanzaaniyaatti imale

Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti hirmaataniif geggeessi taasifameera.

Sagantaa geggeessaa kanarratti Pirezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyas Jiraa, Komishinara Koomishinii Ispoortii Biyyaalessaa Ambaassaddar Masfiin Chariinnat fi qooda fudhattoonni biroon argamaniiru.

Garechi Hoggaantuu Biiroo Dargaggoo fi Ispoorti Oromiyaa Saamiyaa Abdallaan durfamuun gara Taanzaaniyaatti imaluu ragaan Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.