Fana: At a Speed of Life!

Gareen shororkeessaa ABUT iddoolee weeraree ture hundatti qabeenyaa ummataa fi mootummaa saamuu fi barbadeessuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaan ABUT iddoolee weeraree ture hundatti qabeenya Uumaataa fi mootummaa saamuu fi barbadeessuu himameera.

Lammiilee nagaa ajjeessuu fi kaan buqqisuun alatti qabeenya Uummataa saamuu fi bu’uuraalee misoomaa hedduu barbadeessuu ibsameera.

Magaalota akka Cifiraa, Kaasaagittaa, Mudeenaa fi Burqaa keessatti qabeenya saameen alatti manneen jiraattotaa caccabsuun harka caalaammoo abiddaan gubuu barbadeessuu OBN gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.