Fana: At a Speed of Life!

Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti barbadeesseera

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti barbadeesseera.

Garichi naannoo Amaaraatti weerara gaggeessee fi gocha badiisaatin godina Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti barbadeessuu qajeelchi mana barnoota godinicha ibseera.

Barattoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 30 fi 600 barnootaan alaa ta’uusaanii AMK gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.