Fana: At a Speed of Life!

Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota leenjii bu’uurraa leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota Raayyaa Ittisaa marsaa 2ffaaf leenjii bu’uurraa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Raayyaan ittisa Biyyaa waanjoo cunqursaa kamiyyuu cabsuuf murannoo kan qabu ta’uu, Qajeelcha olaanaa humna lafarraatti Ajajaa Olaanaan Leetenal Jeneraal Asraat Denneeroon himaniiru.
Akka EBC gabaaseetti yeroo kanatti loltoonni bu’uuraa hedduun leenji’uun biyyattiin shira juuntaa ergama biyyaa diiguu qabate qolachuu fi eegumsa misooma bu’uura biyyatti cimsuuf humna fooyya’aa ni uumaas jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.