Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Dureen Zinnaash Taawwachoon giddugala daa’immanii aadde Zawdituu Mashashaatti ayyaana Faasikaa kabajan

Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taawwachoon giddugala daa’immanii aadde Zawdituu Mashashaatti ayyaana Faasikaa daa’immanii fi hojjettoota giddugalichaa waliin kabajaniiru.

Giiftii Dureen Zinnaash Taawwachoon ayyaanichi hordoftoota amantaa kiristiyaanaa maraaf kan gammachuu, Badhaadhinaa, fayyaa,jaalalaa fi araaraa akka ta’u hawwuu isaanii ragaan Waajjira Giiftii Dureerraa argame ni agarsiisa.

Waajjirri Giiftii Duree giddugala giddusa daa’immanii birrii miiliyoona 12 ijaarsiise giddugala daa’immanii aadde Zawdituu Mashashaaf gumaachuun isaa ni yaadatma.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.