Fana: At a Speed of Life!

Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa xumuramuu himameera

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Baalee Bahaatti adeemsi sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaa rakkoo tokko malee xumuramuu ibsameera.
Ajajaan Qajeelcha Poolisii godinichaa Komaandar Rattaa Makonnin,qindoomina hawaasni qaamolee nageenyaa waliin taasiisaniin filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee xumramuu ibsaniiru.
Boordii filannoo Biyaalessaatti Qindeessaan damee Baalee Bahaa obbo Gaambee Gammadaanis xiinxala jiruun hojii filannoo milkiin xumurameera jedhan.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.