Fana: At a Speed of Life!

Godina Daawaatti lammiileen kumni 121ol deeggarsa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhame

Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Daawaatti lammiileen kumni 121 deeggarsa midhaan nyaataa yeroo ariifachiisaa barbaadu jedhameera.

Godina Daawaatti lammiileen kumn 121 ol deeggarsa midhaan nyaataa yeroo ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu Bakka bu’aan bulchaa godinichaa Obbo Adaan Aliin Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Naannoo Somaaleetti hongee Godinaalee 10 keessatti muudateen lammiileen miiliyoonni 3.2 ol rakkoof saaxilamuu ibsameera.

Maraa’ool Kadirii fi Sa’aadaa Geetaachoowtu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.