Fana: At a Speed of Life!

Godina Gaamootti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Godina Gaamoo aanaa Gaacoobaabaatti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Aanichaatti Rooba cimaa roobeen namoota lubbuun darbe dabalataan abbootiin warraa 14 maatiiwwan 70 waliin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Waajjira Qonnaa fi Qabeenyaa Umamaa aannichaatti dameen hoggansa sodaa balaa beeksiseera.
Oomishni lafa heektaara 2 fi 8 irratti ture manca’uu himameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.