Fana: At a Speed of Life!

Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa Zinnaash Taayyaachoon ijaarrame eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Godina Shakkaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Giiftii Duree Ityoophiyaa aadde Zinnaash Taayyaachoon ijaarramee eebbifameera.

Sirna eebbichaarrtti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Ityoophiyaa aadde Zinnaash Taayyaachoon akkasumas hoggantoonni olaanoo federaa fi godinicha argamaniiru.

Har’a kan eebbifamee manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Dagalee baasii Birrii miiliyoona 10 ijaarramee jedhameera.

Manni brumsiicha daree barnootaa 8 kan qabu yoo ta’u, kutaa yaalii fi blookii bulchiinsaan kan haammatameedha jedhameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.