Fana: At a Speed of Life!

Gurgurtaa qinxaaboo Oomishaalee Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame

Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Gurgurtaa qinxaaboo Oomishaalee Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiise.

Sirreeffamni kun halkana kana yookaa Fulbaana 18, 2016 sa’aatii 6:00 irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti hojiirra kan oolu ta’uu ibseera.

Haaluma kanaan gatiin Beenziila liitira tokkoo Birrii 77.65,Naafxaa Adii Birrii 79.75, Gaasii Adii Birrii 76.75, Boba’aa Xiyyaaraa Birrii 70.83, Naafxaa Gurraacha Salphaa Birrii 62.36 fi Naafxaa gurraacha Ulfaataan liitirri tokko Birrii 61.83 ta’uu beeksiseera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.