Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan naannoo Sidaamaatti marii paanaaliitin kabajamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Guyyaan sabaa fi sablammootaa Ityoophiyaa 15ffaan marii paanaaliitin naannoo Sidaamaatti kabajamaa jira.

Maricharratti dargaggoonni, dubartoonnii fi hojjattoonni mootummaan bakka garagaraarratti walitti babbaa’an hirmaataniiru.

Akka gabaasa EBCtti maricharratti sanadni ‘sochiin ABUT heeraa mootummaa kan cabsee fi sirna federaalawaa diiguuf carraqqii taasisee’ jechuu qoha’eerratti marii gaggeeffama jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.