Fana: At a Speed of Life!

Haala Daldala alaa oomisha qonnaa Ityoophiyaa saffisiisuun danda’amurratti mari’atame

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar Soofiyaa Kaasaafi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan buufata Dooraalee Jaalaa Ibraahim Jibuutiitti mari’ataniiru.

Mariisaaniin haala daldala alaa oomishaalee qonnaa Ityoophiyaan saffisiisuun danda’amurratti marii bu’aa qabee’achuu ibsameera.

Anga’oonni lameen dhimmicharratti marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.