Fana: At a Speed of Life!

Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni fooyyessuuf mariin gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni fooyyessuuf mariin gaggeeffame.
Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni fooyyessuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin qindoominaan hojjetamuu akka qabu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru.
Waltajjichi naannoo Gambeelaatti gaggeeffama jira.
Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa akka ibsanitti fayyaa haadhoolii fi daa’immanii biyyatti foyyeessuu akkasumas, tajaajjila fayyaa hawaasaa babbal’isuuf hojiiwwan hedduun hojjetamaniiru.
Hojii raawwachiiftuun faawuundeeshinii Haaylamariyaamii fi Roomaa aadde Roomaan Tasfaayee gama isaaniin, mootummaan waggoota 20 darban fayyaa haadholii fi daa’immaanii, dhiyeenyatti ammoo haala sirna nyaataa fooyyessuuf imaammata bocuun hojiiwwan hedduu hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.