Fana: At a Speed of Life!

Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf waliigale

Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Lammiin Jarman Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf sadarkaa afaanitti waliigaluu ibsameera.
Ga’eessi umrii waggaa 59 Haansi Filiik Zhaavii Hernaandez bakka bu’uun leenjisaa kilaba Baarseloonaa ta’uuf waliigaluu ibsameera.
Waggoota 2’f kilabicha leenjisuuf waliigaluu isaa eerameera.
Haansi Filiik kan dura kilaba Jarman Baayerni Muunikii fi FC Koolinyi leenjisuun kan yaadatamuudha.
Baarseloonaan leenjisaa isaa Zhaavii Hernaandez hojiirraa gaggeessuun ni yaadatamaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.