Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni sosochii rakkoo nageenyaa kamiyyu wayita argu bilbiloota armaan gadiin eeruu laachuu danda’a

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) –Poolisii Federaalaa hawaasni sosochii rakkoo nageenyaa kamiyyu wayita argu bilbiloota armaan gadiin eeruu laachuu akka danda’uu ifoomseera.

Haaluma kanaan

Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo 0118578503

Kutaa magaalaa Kolfee 0118578508

Kutaa magaalaa Lidataa 0118578492

Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti 0118578507

Kutaa magaalaa Gullallee 0118578505

Kutaa magaalaa Yakkaa 0118578491

Kutaa magaalaa Qirqoos 0118578501

Kutaa magaalaa Boolee 0118578509

Kutaa magaalaa Araadaa0118578511

Kutaa magaalaa Finfinneef 011857851 lakkofsii bilbiloota kan ramadaman ta’uu Komishiniin poolisii Federaalaa beksiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf; FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.